Xurree ittiin seenan

Breaking News

Vaayirasii Koronaa Tohachuuf Gareen Biyyoolessaa Itiyoophiyaatti Hundeessame Hojiitti Jira Jedhama


Vayirasii Koronaa tohachuuf gareen sadarkaa biyyaalessaa hundeffamme hojjetaa akka jiruu fi deemsa tohannaa kana keessatti xayyaarri Itiyoophiyaa gama Chaayinaa babali’uu akka itti fufu murtiin dabarsame irra deebi'amee akka ilaalamu mootummaaf gaaffiin dhihaachuu isaa Institiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksise.

Namoota afur tibba kana vaayirasii kanaan shakkamanii fi qorannaaf gara Afrikaa Kibbaatti ergamanii turan irratti qorannaan geggeessame jarreen vaayirasicha irraa akka bilisa tahan miraneesse jedhama.

Vaayirasii Koronaa Tohachuuf Gareen Biyyoolessaa Itiyoophiyaatti Hundeessame Hojiitti Jira Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:50 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG