Ministironni haajaa alaa Itoophiyaa fi Yunaaytid Isteets hidha laga Abbayaatin wal-qabatee gaafii dhihaateef deebii kennan.

Your browser doesn’t support HTML5

Ministironni haajaa alaa Itoophiyaa fi Yunaaytid Isteets hidha laga Abbayaatin wal-qabatee gaafii dhihaateef deebii kennan.
“Pireezdaant Traamp walii-galtee bu’aan isaa biyyoota sadeenifuu ta’urra akka gahamuuf xiyyeeffannon hudumaa wajjin hojachuu murteesse .” Ministira haajaa alaa Yunaaytid Isteets Maayik Pampeyoo.