Wiirtuun To’annaa Traafikaa Finfinneetti Ijaaramuu Eegale

Ijaarsi Wiirtuu To'annoo Tiraafikaa teeknolojiin degarame Finfinnee eegalamee jira. Kan birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 35 gaafatu - ijaarsi wiirtuu to'annoo tiraafikaa kun yeroo xumuramu rakkoolee gama nageenyaa tiraafikatiin mul'ataan akka furuuf jiru dubbata - bulchinsii magaalaa Finfinnee.
Ijaarsichi baatiilee 18 keessatti xumurama – jedhame.

Your browser doesn’t support HTML5

Wiirtuun To’annaa Traafikaa Finfinneetti Ijaaramuu Eegale