Weerarri Vaayirasii Koronaa Finfinneetti Hammaachaa Dhufuun Godinaa Addaa Oromiyaa Naannoo Magaalattii Keessatti Yaaddoo Uume

Faayilii - Burraayyuu, Oromiyaa

Weerarri Vaayirasii Koronaa magaala Finffinee keessatti akkan hammaachaa dhufuun godinaa Addaa Naannawa Finffineetti saaxilamumaan dabalee sodaa uumee jira, jedha Biroon Fayya Oromiyaa.

Namoonni VOA Buraayyu fi Sabataa irra dubbises sodaa gudda keessa galuu isaanii himanii jiru. Gabaasaa guutuu caqasaa.