Daandiin Xiyyaara Itoophiyaa xiyyaarota duraan nama fe’an 22 gara xayyaara fe’iisaa - kaargoo jijjiirera. Sababni isaas lakkoofsi namoota geejiba kana fayyadamanii xinnaachuu dha.
Daandiin Xiyyaara Itoophiyaa Kaargoo Irratti Xiyyeeffachaa Jira
Your browser doesn’t support HTML5