Weerarrii Hawwaanisaa Hammaachuun Ibsame

Your browser doesn’t support HTML5

Baadiyyaa bulchiinsa naannoo Dirree Dawaa keessatti weerarri hawwaanisaa mudatee jira.Weerara kana ittisuuf mala danda'ame mara gargaaramaa akka jiran ibsameee jira.
Weerarrii Hawwaanisaa Somaaliilaand fi Jabuutii irraa Itiyoophiyaa seene kun omiisha akka hamaatti midhuu isaa Addis Chakkool gabaasee jira.
Bulchiinsa naannoo Tigraay aanaa Raayyaa Carcar keessatti Hawwaniisni oomisha jalaa waam mancaaseef jecha jireenyii isaanii balaaf saaxilamuu qonnaan bultoonni beeksisanii jiru.