Eega walitti-bu’insi Itiyoophiyaa gama Kaabaa keessatti jalqabamee as uummatni Ityoophiyaa dheessuun Sudaan gama Bahaatti yaa’e yeroo ammaa 40,000 caaaluu isaa Jaarmayaan Baqattoota ka Tokkummaa Mootummootaa, UNHCR beeksisee jira.
Baqattoonni Itoophiyaa laga Takazee cehanii yeroo gara Sudaan seenan
Your browser doesn’t support HTML5