“Namoota San Eenyutu Ajjeese?” Gaafii Ijoollen Itoophiyaa Walitti-bui’insa Hamaa Dheeffanii Kaampii Baqattootaa Jiran Gaafatan

Your browser doesn’t support HTML5

Baqattoonni wal-waraansa Itoophiyaa keessaa dheeffanii mooraawwan baadiyaa Sudaan galan “carraa maatii keenya achitti dhiisnee dhufnee in beeknu,” jedhan. Gabaasni Heezer Medraak Sudaan irraa ergie kinoo.