Joo Baayidenitti Namni Garaa Jabaachuu Hin Danda'u, Biyyattii Tokkoomsuutti Milkaa'uu Mala: Xiinxalaa

  • Namoo Daandii

Yunaayitid Isteetis har’a irraa jalqabee waggoota afuran dhufaniif, ka paartii dimokiraatii irraa filtaman prezidaantii biyyattii 46ffaa – Joo Baayideniin hoogganamuuf jirti. Dhiheenya kana deggertoonni prezidaantii amma taayitaa gad-lakkisanii, kan Doonaald Traamp, hookkara kaasuudhaan waajira Mana-mareetti humnaan seenuu irraa kan ka’e, yaaddoon nageenyaa biyyattii keessatti dabalee, eegumsi cimee oole.Addaan-qoodaminsaa fi wal-muddinsa siyaasaa biyyattii keessatti hammataa dhufee fi sababaa kanaaf, qormaataalee prezidaantii haaraa amma taayitaa qabatan fuul-dura jiran, akkasumas, furmaata isaa ilaalchisee kutaa Teksaas ka jiru, Koolejii Koolin irraa, proofesar Mohammad Xaahiroo dubbisnee jirra. Mohammad Xaahiroo, ammaan dura kutaa Teksaas irraa bana barcuma mana-maree murtii seeraa yokaan Senetiif dorgomanii turani.

Professor Mohammad Yaada keessan nuuf kennuu keessaniif guddaan sin galatoomsadha.

Your browser doesn’t support HTML5

Joo Baayidenitti Namni Garaa Jabaachuu Hin Danda'u, Biyyattii Tokkoomsuutti Milkaa'uu Mala: Xiinxalaa