Viidiyoo Naannoon Sidaamaa Hundeeffamuun Sirnaan Labsame Guraandhalaa 23, 2021 VOA Your browser doesn’t support HTML5 Eebbi hundeeffama miseensa federeeshinii Itiyoopiyaa 10ffaa Sidaamaa magaalaa Hawaasaa waltajjii Godumaalee keessatti ayyaaneeffame. Gabaasa Yoonaatan Zebdiyoos Tujubeetu dhihessa.