Namoonni Labsii Yeroo Muddamaatiin Wal-qabatee Hidhaman Akka Hiikaman, Koomishinni Mirgawwan Namoomaa Itiyoophiyaa  Gaafate  

(Suuraa faayilii)

Labsii yeroo muddamaa kaasamuu hojii irra oolchuun wal qabatee namoonni sadarkaa biyyaatti hidhamanii turan akka hiikaman Koomishiniin Mirgawwan namoomaa Itiyoophiyaa gaafatee jira.

Manni-maree bakka-bu’ootaa Itiyoophiyaa labsii yeroo muddamaa sana kaasuu isaas gochaa gaarii akka tahetti ilaaluu isaa ibsee jira – Koomishinichi.

Kutaa Hordoffii kan Koomishinichaaf daarektara ka tahan – Obbo Misgaanaaw Mulugeetaa dubbisuun gabaasaan Tsahaay Daamxoo gabaasaa qindeessite qabdi. Hordofaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Namoonni Labsii Yeroo Muddamaatiin Wal-qabatee Hidhaman Akka Hiikaman, Koomishinni Mirgawwan Namoomaa Itiyoophiyaa  Gaafate