Afrikaan Talaalii KOOVID-19 Argattuus Raabsuuf Rakkoo Biraa Akka Qabdu Ibsamee Jira

  • VOA

FAAYILII - Namoota talaallii koovid -10 fudhachaa jiran, Afrikaa Kibbaa Caamsaa 17, 2021.

Biyyonni Afrikaa dhikkuuba KOVIID-19 ittisuuf talaalii gargaaru isa gaafatameen ol yeroo jalqabaaf argachuun isaanii walgahii Robii dabree Naayjeriyaa keessatti gaggeffame irrtti ibsameera.Ta'uus garu talaaliiwwan kana mi'a qabaneessu keessa ka'uuf akasumas talaalicha uummata bira akka ga'u gochuuf amma iyyu rakkootu jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Afrikaan Talaalii KOOVID-19 Argattuus Raabsuuf Rakkoo Biraa Akka Qabdu Ibsamee Jira