Hudeessaa 'Vision Entertainment'

Your browser doesn’t support HTML5

‘Vision Entertainment’, dhaabbanni kiliippiwwan muuziqaa Oromoo qindeessuu fi dhiheessuu oggoota lamaan darban keessa hojiiwwan daawwattoota biraan gaheen beekkamtii guddaa argateera, lakkoofsi namoota kiliippiwwan fuula Yuutiwuubii isaa irratti dawwatanii miliyoonani. Hudeessaa dhaabatichaa Birraa Gamadii dubbisne.