Kora Waldaa Qorannoo Oromoo irratti hirmaannan dargaggootaa akkam ture?

Your browser doesn’t support HTML5

Kora waldaa Qorannoo Oromoo irratti, hirmaannnaa dargaggootaa

Waldaan Qorannoo Oromoo, Sambattan darbe, Bitootessa 27 fi 28 kora geggeesse irratti hirmaannan gama beektota jalaa dhufanii maal fakkaata ture?

Biyya Siwizerlaand Yunversitii Zuurik irraa Dr. Asebee Raggaasaa dubbisne