Godaantoota Yaman Dhaqqaban Keessaa Harkii Sagaltamnii Itiyoophiyaa Irraa Dhufan: IOM 

  • Jallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Godaantoota Yaman Dhaqqaban Keessaa Harkii Sagaltamnii Itiyoophiyaa Irraa Dhufan: IOM 

Haallii godaantootaYaman keessaa mudatu keessumaa kan shamarranii fi Dubartoota irra ga’u hamaa ta’u Yamanti itti gaafatamtuun waajiira godaantoota addunyaa (IOM) Krista Rootanisteeyner ibsanii jiru.Kanneen fedhii isaaniin Itiyoophiyaatti deebi'uuf gaaftanis deebisaa akka jiru ibsan.