Kan Hidhaan Waggoota Kudhanii Itti Murame Miseensi Hooggansa ABO Ol Iyyannaa Gaafatan

Your browser doesn’t support HTML5

Kan Hidhaan Waggoota Kudhanii Itti Murame Miseensi Hooggansa ABO Ol Iyyannaa Gaafatan

Yakki miseensi Koree-gidduu ABO hidhaa jiran - obbo Amaan Filee itttiin himataman labsii farra shororkeessummaa ka yeroo jijjiiramaatii duraa waan ta'ee jecha, murtee sana mormuun gara mana murtii walii gala federaalaatti ol iyyannoo dhiyeeffachuu isaanii fi manni murtii oliyaannoo kana ilaaluuf onkoloolessa 11 bara 2015tti beellamuu isaa abukatoon isaanii obbo Tolamaariyaam Magarsaa har'a Sagalee Ameerikaaf himanii jiru.