Dhukkuba HIV/AIDsii Oromiyaa Keessaa

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkuba HIV/AIDsii Oromiyaa Keessaa

Waggaa waggaan Muddeen tokko, addunyaa irratti guyyaa waa'ee HIV/AIDS jedhamuun kabajamee oola. Mata dureen baranaa " wal qixxeessuu" (Equalize) kan jedhu ta'uun ibsamee jira.

Haallii dhukkuuba kanaa Oromiyaa keessatti maal fakkaata? isa jedhuuf Jaallanneen itti aanaa itti gaafatamaa biroo fayyaa oromiyaa fi itti gaafatamaa kutaa HIV/AIDS kan ta'an Dr. Guushaa Balakkoo dubbistee jirti. Akkas jechuun jeegaluu Dr Guushaan