Dhukkuba Koleeraa fi Of-eeggannoo Barbaachisu

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Maalummaa dhukkuba Koleeraa fi of-eeggannoo taasifamuu qabu kan ilaaleen Ogeessa addaa kan waa'ee fayyaa uummataa fi daa'immanii kan ta'an Dr. Abbabaa Sorsaa Finfinnee irraa haasofsiifnee jira.