Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa fi dorgommiin kubba miilaa Shaampiyoonaa Afrikaa

Your browser doesn’t support HTML5

Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa ka dargagootaa waggaa 20 gadii xumuramee jira. Biyya alaatti immoo dorgommiin kubba miilaa Shaampiyoonaa Afrikaa ykn CHAN injifannoo Senegaaliin xumurame.