Prezidaantiin Yunaaytid Isteetis Joo Baayiden haasawaa gabaasaa haala biyyaa kan waggaa Kibxata kaleessaa galgala taasiisan ilaalchisee xiinxalaa siyaasaa dubbisnee, mata-dureelee prezidaantichi haasawa isaanii keessatti kaasan adda addaa irratti yaada kennanii jiran.
Haasawa Biyyaaleessaa Prezidaant Baayiden Xiinxalaa Siyaasaa Akkamitti Ilaalan?
Your browser doesn’t support HTML5