Barreessaa Diraamaa fi Artistii Oguma Haaraa Baqattootaa fi Godaantota Gargaaru Eegale

Your browser doesn’t support HTML5

Iskoot Kohen yeroo dheeraadhaaf barreessaa diraamaa fi aartiistii ta'uun as Yunaayitid Isteetis kutaa Meeriilaand irraa hojjete. Garuu pirojektiin isaa inni haaraan baqattootaa fi godaantotaaf oguma nyaata bilcheessuu kan of keessaa qabuudha.