Oromiyaa Keessa Naannoolee Nageenyi Hin Jirretti Manneen Barnootaa Dhibba Toorbaa Ol Hojii Dhaabanii Akka Jiran Beekame

Your browser doesn’t support HTML5

Oromiyaa Keessa Naannoolee Nageenyi Hin Jirretti Manneen Barnootaa Dhibba Toorbaa Ol Hojii Dhaabanii Akka Jiran Beekame

Naannoo Oromiyaa keessatti Sababa Rakkoo nageenyaan Manneen barnootaa 739 cufaa ta’uu Biiroo barnoota Oromiyaatti Daayireektarri Daayireektoreetii fooyya’insa manneen barnootaa obbo Warqinaa Naggasaa Sagalee Ameerikaatti himaniiru. Godinaalee naannoo Oromiyaa bakkoota manneen barnootaa cufaa ta’an keessaa muraasa barsiisotaa fi jiraattoota dubbisuun gabaasa qindeessine dhaggeeffadhaa