Dargaggoonni Lama Hojii Kalaqaa Isaaniin Sadarkaa Biyyattii Badhaasaman Waa’ee Bu’aalee Hojii Isaanii Maal Jedhu?  

  • Tuujubee Horaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ministarri Hojii fi Ogummaa Addaa dhiheenya kana dargaggoota bu’aa hojii kalaqaa isaaniitiin caalmaa agarsiisaniif beekamtii fi badhaasa maallaqaa kennee jiran. Kanneen keessaa lama barataa Yunivarsitii waggaa afuraffaa, Jorgoo Baqqalaa fi bartaa kutaa toorbaffaa, Fedhesaa Shuumaa dubbisnee jirra.