Dorgommiilee ispoortii fi agarsiisawwan aadaa Oromoo kan of keessaa qabu feestivaalli Federeeshiinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa “OSFNA” ka bara kanaaa marsaan 26ffaan Adoolessa 22 irraa eegalee naannoo Waashingitan Diisiitti torban Yaadannoo jedhamuun adeemsifamaa jira.
Gabaasalee Torban OSFNA fi Torban Oromoo kaan:
SEE ALSO:
Feestivaalli Ispoortii Ameerikaa Kaabaa Kan Waggaa Kanaa Handaara Magaalaa Waashingtan Diisiitti Geggeessamuu EegaleDorogommiilee kubbaa miillaa fi gosa Ispoortii biroo geggeessamanii maddiitti namoonni nyaata aadaa fi huccuuulee aadaa hojjetan Finfinneerraa dhufanii feestivaalichatti hirmaataa jiru.
SEE ALSO:
Mongomarii Kaawuntiin Torban Oromoo LabseSEE ALSO:
Qophii Gareewwan Naannoo Diisii OSFNA-f Godhaa Jiran