Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessatti Namoota Dhibee Busaan Miidhaman Gargaaruuf Jarmayaa fi Dhalattooti Biyyaa Birmataa Jiran

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Keessatti Namoota Dhibee Busaan Miidhaman Gargaaruuf Jarmayaa fi Dhalattooti Biyyaa Birmataa Jiran

Godinaalee Wallagga dhiyaa fi Qellem Wallaggaa keessatti uummata dhibee Busaatiin midhamaa jiru gargaaruuf Jaarmayaa fi gurmuuleen dhalattoota biyyaa meeshalee wal'ansa fayyaa fi gargaarsawwan biroo achi ergaa jiran. Gurmuulee sochii kanatti jiran irraa dubbisuun qophii qindeessine qabna.