Aartiin Oromoo Bakka Ga’uu Qabu Hin Geenye: Barreessaa Diraamaa Hiree

  • VOA

Barreessaa Diraamaa Hiree, Kumsaa Taammanaa

Kumsaa Taammanaa Qopheessaa barreessaa ol aanaa fi daayriktera diraamaa dheeraa Hiree jedhamuu ti. Diraamaan kun Oromiyaa Broadcasting Network ykn OBN irratti sambata torbanitti yeroo tokko daawwattootaaf dhiyaata. Kumsaan haala itti hojii diraamaa televiziyoonaatti seene, qorumsa hojicha keessatti isa mudatee fi dhimmoot diraamaan wal qabatan Irratti VOAf ibsa kennee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii barreessaa diraamaa Hiree waliin geggeessame