Filamuu Dr. Abiyyi Laalchisee Yaada Dargaggoota Amboo

Your browser doesn’t support HTML5

Dargaggoonni Amboo “Dr. Abiyyi Ahmad muummee ministiraa Itoophiyaa ta’anii filamuun seena qabeessa, qabsoon keenya garuu bakka in geenye,” jedhan. AFP fi Rooyteers dargaggota sirna Ambootti tibbana godhamee ture irratti argaman keessa amma tokko dubbisaniiru, daawwadha.