AEDS - Dhabbata Baqattoota Oromoo fi Afrikaa Kaan Gama Dinagdeetin Jajjabeessu

Your browser doesn’t support HTML5

“Dhabbanni keenya bu’aa horachuuf odoo hin ta’in haawaasa tajaajiluuf, jijjiiruuf dhabbate,” jedhan daayrektarri olaanaa AEDS Obbo Gannanaa Burqaa.