Warri Ameerikaa Akkamitti Pirezdaantii Filatan? Kutaa 4

Your browser doesn’t support HTML5

Filannoo Ameerikaa Bara 2016. Lammiiwwan Yunaaytid Isteets oggaa afur afuritti piresdaantii isaanii filatan. Filannoon kun qophii guddaatu itti godhamaa, yeroo fi maallaqa guddaatu itti baha.