Ayyaana Dhalata Nabiyyuu Mohaammad Ambotti Ayyaaneffame

Your browser doesn’t support HTML5

Kabaja Ayyaana Moolidaa, Amboo

Ayyaanni dhalata Nabiyyuu Mahaammad kan bara 1496ffaa guyyaa har'aa magaalaa Ambootti haala adda addaan kabajamee oole.