FINFINNEE —
Biroon Fayyaa Oromiyaa weerara Vaayirasii Koronaa ittisuuf waaltaalee koobaa kaa'insaa toorba sadarakaa naannootti qopheessuun akka hojjetaa jiru dubbata.
Hordoffii dhibee Vaayirasii Koronaa ilaalchisee godinaalee quunnamtiin bilbilaa hin jirre dhaqqabuuf akka danqaan isa mudataa jirus beeksisee jira.
Biroo Fayya Oromiyaatti qindessaa Balaa Fayyaa Hawaasa kan ta'an Obbo Biraanuu Qinaaxxii waliin gaaffii fi debió gabaasaan keenya geggeesse caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Biiroon Fayyaa Oromiyaa Waaltaa Koobaa Kaa'insa Toorba Qopheessine, Jedha