Biqiltuu Bunaa fi Jijjiirrama Qilleensaa

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Biqiltuu Bunaa fi Jijjiirrama Qilleensaa

Naannoo addunyaa irraa namoonni hdduun buna dhuguu jaal’atu. Haa ta’u male jijjiiramni qilleensaa biqiltuuwwan bunaa midhaa waan jiruuf haalli buna argachuu yaaddessaa ta’ee jira.

Hayyoonni saayinsii London keessaa qonnaan bultoota Afrikaa keessaa waliin ta’uu dhaan furmaata arguuf hojjetaa jiran.

Gabaasa Henry Ridgewel Jalanetu dhiyeessa