Finfinneetti Jandoon Cimaan Lubbuu fi Qabeenyaarra Miidhaa Geessise

Your browser doesn’t support HTML5

Finfinnee keessatti jandoon cimaan cabiidhaan wal-makee roobe, lubuu namootaa fi qabeenya irra balaa geessisuu isaa Komoshiniin Geggeessa Hojii Sodaa Balaa Ibiddaa abiddaa Magaalaa Finfinee beekisisee jira.