Magaalaan Gimbii fi Naannawaa Ishee Maal Keessa Oolan

  • Jaallannee Gammadaa

hadhaa ilmi jalaa ajjeefame, Gimbii, Oromiyaa

Magaalaa Gimbii keessatti hidhaan hammaachuu isaa fi uummanni ba’ee galuutti yaaddoo guddaa akka qabu namoonni hangi tokko magaalaa Gimbii keessatti akka hidhaman kaan immoo diidatti geessamuu fi karaa irraa fi manni isaanii cabsanii seenuu dhaan hidhamaa akka jiran jiraattonni dubbataa jiru. Waluma gala haalli jiru sodaachisaa ta’uu isaa ibsanii jiru. Waajjirri poolisii magaalattii immoo labsii yeroo hatattamaa as namni hidhamee hin jiru, garuu labsii sana dura kanneen yakka adda addaa raawwatan to’annaa jala oolaniiru jedhee jira.

Gabaasa guutuu dhageeffachuuf kana cuqaasaa