Hariiroo Chaayinaa fi Biyyoota Afrikaa

Your browser doesn’t support HTML5

Chaayinaan liqii fi qarqaarsa biyyoota Afrikaatif kennitu harka ballistee itti fufuu ishii akkuma warri deeggaru jiru, ija shakkiitin kanneen laalanis baayyedha.
Gabaasa armaan gadii daawwadhaa.