Hilarii Kilinton Kaadhimamtuu Prezidaantii Yunaayitid Isteets Ta’uudhaan Seenaa Galmeessiste

Hilarii Kilinton Kaadhimantuu Prezidaantii Yunaayitid Isteets Ta’uudhaan Seenaa Galmeessiste

Kora-sabaa Paartii Dimookiraatotaa, kutaa Pensylvania – magaalaa Filaadelfiyaa keessatti geggeessamaa jiru irratti, Hilarii Kilinton dubartii yeroo jalqabaaf, filannoo prezidaantummaaf sirnaan kaadhimamte ta’uudhaan seenaa galmeessisan. Kanneen halkan dabre haasawa godhan keessaa – abbaan manaa Hillary – Prezidaantichi duraanii – Bill Kilinton, “Isheen nama jijjiirama uumte” jecbuun faarsan. Degertoota Burnie Saanders, nama ishee waliin dorgomaa turee keessaa immoo, kanneen mormiidhaan walga’icha dhiisanii ba’an ni jiran. Kora-sabaa sana hordofee gabaasuuf ka mgaalaa Filaadelfiyaa jiru – waahilli keenya, Soraa Halakee haasofsiiseee jirra.

Guutmmaa qophii keenyaa dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Hilarii Kilinton Kaadhimantuu Prezidaantii Yunaayitid Isteets Ta’uudhaan Seenaa Galmeessiste