Hiriirri mormii Diisiitti taasfame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Guyyaa kaleessaa ykn mudde 9/2021 as magaalaa waashington Diisii keessatti hiriirrii mootummaa Itiyoophiyaa balaaleffatu taasifamee ture.

VOAn hiriira kana irratti kan hirmaatan miseensota hawaasaa oromoo hasofsisee jira.