Hopitaalii Naqamtee horii ummatii walti qabeen haareffamee hujiitti jira

Hoospitala Naqamtee

Your browser doesn’t support HTML5

Hospitaalii Naqamtee horii ummatii baaseen haareffamee hujiitti jira


Naqmateen Oormiyaa Wallaggaa Dhiyaa keessa jirtu.Hospitaalii isii ganna 90n duratti jaarame.Ummatii horii walti baasee haaressee jaaranii amma akka dansaa hujiitti jira jedhan.

Hospitaala kana haaressuu fi dhaloottii hospitaala kanaa biyya keessaa fi biyya alaa jiranii fi ummatatti horii walti buuseef jedhan.

Waan haaressanii jaaran keessaa kutaa haawwanii fi kutaalee gara garaa haaraa hedduutti jaarame

Qaamolee Hawaasaa Haaromsa Hospitaala Ispeeshaalaayizidii Naqamtee keessatti hirmaannaa taasisaniif beekamtiin kennamuu Hospitaalichi Beeksiseera.

Naakoor Malkaa Dabalata qaba.