Dargaggoonni Afrikaa Interneetii Fayyadamuudhan Waltajjii Marii Uummachuudhan Milkaa'aatii Jiran

Your browser doesn’t support HTML5

Taanzaaniyaadha qabee amma Ugaandaa, Itoophiyaa, Kameerun, Keeniyaa fi biyyyoota kaan keessatti hoojiwwaan marsaariitii, Aappii fi sab-quunnamtii hawaasummaa fayyadamuudhan hojjatamu daddaraaraa dhufus mootummoonni biyyoota arditti ilaalcha addaa waltajjiilee kanarratti dhihaatan ukkaamsuuf wallaansootti jiran.