Jilli mootummaa Eeertira gorsaa fi hogganaa dhimma siyaasaa biyyatti Yamane G/Abiin hogganame Kibxata harraa Itiyoophiyaa seenera

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Jilli mootummaan Eeertira gorsaa fi hogganaa dhimma siyaasaa biyyatti Yamane G/Abiin hogganame Kibxata harraa Itiyoophiyaa seenera Buufata Xiyyaaraa idila addunyaa booleetti argame an jila Eertiraa simatemmoo, Muumicha ministiraa Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad, ministirrii haajaa alaa biyyitti Dr. Warqinaa Gabayyootii akkasumas atileetoota biyyatti bebbeekkamoo fi artiistota ta’uun beekkameera.