Manni murtii Baarseloonaa tabataa kubbaa miilaa beekkama, Liiyonel Meesitti hidhaa Ji'a 21 murteesse
Your browser doesn’t support HTML5
Liiyonel Meesii fi abban isaa Joorji Meesii oggaa sadeen darbeef gibira mootummaa dha galchuu qabaan seeraan oddoo hin kaffaliin hafuun isaanii irratti beekkame. Manni murtii Baarseloonaa hidhaa ji'a 21 fi shifa doolaarii 2.2 itti murteesseera.