Rakkoo Yuniversitiilee Keessatti Mul’atu Furuuf Hojiin Eegalame: Muummicha Ministeeraa Abiy Ahimed

  • VOA

Muummicha Ministeeraa Abiy Ahmed

Dhaabilee barnoota ol aanoo keessatti rakkoo nageenyaa irra deddeebii dhaan mul’atu furuu dhaaf hojiin eegalamuu isaa muummichi ministeera Itiyoophiyaa Abiy Ahimed dhiyeenya dubbatanii jiran. Barattoonni yuniversitiilee adda addaa keessa jiran amma illee yaaddoo qabna jechuu dhaan dubbatu.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa Dhimma Yiniversitiilee caqasaa