Ongeen Somaaliyaa muudate namoota miliyoonaa 6 ta'an hanqina nyaataatii saaxileera . Ijoolleen kuma afurtamaa ol barumsa dhiisaniiru

Your browser doesn’t support HTML5

Ongeen Somaaliyaa muudate namoota miliyoonaa 6 ta'an hanqina nyaataatii saaxileera . Ijoolleen kuma afurtamaa ol barumsa dhiisaniiru, warri barachaa jiran bayyeenis garaa duwwaa gara mana barumsaa waan dhaqaniif baruuf barsiisuun rakkisaa ta’e jedhan barsiistonni.