Paartii Fincaan Loonii Dhuguu

Your browser doesn’t support HTML5

Hindiitti ‘vaayrasii koronaa irraa nama fayyisa’ jechuudhan namoonni amantaa Hinduu hordofan baayyeen fincaan loonii dhugaa jiran. Viidiyoon armaan gadii yeroo namoonii Paartii fincaan loonii dhuguu rogeeyyii biyyattiitin qophaahe irratti hirmaatan agarsiisa.

Loon, amantaa Hiduutiin walqabatee kabaja gudda waan qabaniif fincaan isaanillee akka qorichaatti laallama. #voasocial