Paartileen Siyaasaa Oromoo Yaa'ii PDO Irratti Argaman Tokkummaaf Waamicha Dhiheessan

  • Tuujubee Horaa

Paartiin Dimokraasummaa Oromoo Yaa’ii Isaa Xumurate

Yaa’iin Paartii Dimokraasummaa Uummata Oromoo kaleessa baname har’a murtiilee adda addaa dabarsee jira. kaleessa yeroo wal ga’ichi geggeessametti dura taa’aan dhaabbatichaa muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahimadii fi itti aanaan dura taa’aan dhabichaa fi prezidaantin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Lammaa Magarsaa haasaa dhageessisniin dhimmoonni isaan kaasan tokko waa’ee dhaabota siyaasaa Oromoo fi walumaa galatti immoo uummata Oromoo gidduutti tokkummaan barbaachisaa ta’uu isaa ti.

Yaa’ii kana irratti dhaaboti mormitootaaa Oromoo yeroo dheeraa dhaaf dhduo irra faallaa dhaabbataa turan kanneen akka ABO ADO KFO bakka buutota isaanii erguu dhaan dhaamsa deggersaa dabarsanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Paartileen Siyaasaa Oromoo Yaa'ii PDO Irratti Argaman Tokkummaaf Waamicha Dhiheessan