Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hokkara Buraayyuu fi Finfinnee keessaa walqabatee Namoonnii To’annaa Jala Olaa Jiru


Dhuma torban darbee naannoo Buraayyuutti hookkara uumameen kan ka’e lubbuun namootaa darbuu fi hedduun madaa’uu kanneen biroon immoo manaa fi qe’ee isaanii irraa godaanuun ibsamaa jira.

Angawaan bulchiinsa nageenyaa magaalaa Burraayyuu Komishinar Solomoon Taaddasaa, "rakkoon Buraayyuu keessatti uumame Qeerroo wajjin wal hin qabatu," jedhu.

Gama kaaniin manneen daldalaa Finfinnee keessa jiran irratti midhaan dhaqqabaa akka jiru ibsamaa jira.

Komishinni polisii Federaalaa gama isaan ibsa kenneen ABO fi Arbanyiich Ginboot torba fakkeessuun garee midhaa dhaqqabsisaa jiruutu jira waan ta’eef Qeerroo waliin wal hin argu jedha.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:11:47 0:00

XS
SM
MD
LG