Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gara Biyya Keenyaatti Galuu Feena – Baqattoota Oromoo Jibuutii Jiran


Baqattoonni Oromoo Jibuutiin jiraatan biyyatti deebi’uuf iyyatanus haga yoonaa garuu deebii hin argatin akka jiran dubbatan.

Baqattoonni kun erga Adoolessa darbe kana miidhaan baqattoota lammiin Oromoorra dhaqqabuu jalqabee dhaabbata baqataa UNHCR biyyatti deebi’uu akka fedhan gaafatanus haga yoonaa garuu deebii hin arganne jechuudhaan komatan.

Dhaabbati baqataa UNHCR gaaffii baqattootaa kanaa f furmaata barbaadaan jira jedhaa, Galmoo Daawwit dabalata isaa akka itti aanutti qindeesseera.

Gara Biyya Keenyaatti Galuu Feena – Baqattoota Oromoo Jibuutii Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:49 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG