Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Kanneen Badii Geesiissan Seera Duratti Dhiyessuu Qaba : Paartii Arenaa


Finfinnee fi naannoo isheetti walitti-bu’iinsa uumamee lubbuwwan galaafatee qabeenyaa barbadeesse paartiin mormituu Aranaa balaaleeffatee jira.

Obbo Andoom Gabra Silaasee itti gaafatamaan waajiira qunnamtii uummataa kan paartichaa akka jedhanti Itiyoophiyaa keessatti wal danda’uu wal dhaggeeffachuun jiraachuu qaba .

Dhimma akka salphaatti bira darbuun danda’amuu maluu walitti-bu’iinsa guddaatti jijjiruu fi lubbuu namaa galaafachuun ga’uun barbaachisaa miti jedhan.

Kanaaf mootummaan kanneen badii kan geesiisan seera duratti akka dhiyeessuuf Aremnaan gaafatee jira.

XS
SM
MD
LG