Qabiinsa Mirga Dhala Namaa Itiyoophiyaa fi Ertraa Irratti Maaltu Gabaafame?

  • Jaallannee Gammadaa

Haallii qabiinsa mirga namoomaa kan biyyoota addunyaa bara dabree jechuun 2020 keessa maal akka fakkaatu ministiriin dhimma alaa kan Yunaayitid Isteetis Robii ifa baasee jira.

Bara darbee keessa uummanni hedduun dhiittaa miraga namoomaa hamaa keessa darban kan jedhu gabaasnii kun, bulchiinsa naannoo Tigraay keessatti ajjeechaa, humnaan gudeeddii fi badiin kanneen biroon dhaqqabuu kan agarsisuu gabaasnii qabatamaan jira jedha.

Itiyoophiyaa fi Ertraa kan ilaaleen gabaasa ba'e cunfiinee dhiyeessinee jirra.Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Qabiinsa Mirga Dhala Namaa Itiyoophiyaa fi Ertraa Irratti Maaltu Gabaafame?