Chaayinaan Biyyoota Afrikaa Harroota Bayyee Qabanitti Fulleffachuun Harree Dhabamsiisuuf Deema

Your browser doesn’t support HTML5

Africa Kibbaati akka amma jirutti itti fufnaan oggota sadii boodaa biyaattin harree malee hafti. Burkinaa Faasoo fi Niijar Sodaa kana irraa seera baasanii qeeraa harree cufsiisaniiru. Keeniyaatti qeeraan baname hojumatti jira Itoophiyaa hoo? Bulchiinsi magaala Bishooftu qeeraan Shongog Doog magalattiitti hojii jalqabee ture akka hojii dhaabu ajeja dabarsuun in yaadatama.